ICCn ajaja hidhaa Qondaalota Israa'elii fi Hamaas irratti baasuu hordofee maaltu jedhame?
Neetaniyaahuun hoogganaan ICC Kariim Kahaan faallaa Israa'el deemuun warra beekaman keessaati jechuun jecha arrabsoo itti gadhiisan.
Ajaji hidhaa ministira muummee fi ministira ittisaarratti akka ba'u gaafachuunsaa ilaalcha jibba Yihuudotaa( anti-semetism), kan addunyaarra walga'aa jiru, daran hammeessuudha jedhan Neetaniyaahuun.
Qondaalonni Hmaasisi deebii kennanniiru. Garuu ajaji hidhaa kun Israa'elii fi Hamaas irartti dhiibbaa akkamii qaba.