Waa'ee masjiida guddicha magaalaa Makkaa kana beektuu?

Ibsa waa'ee viidiyoo, Masijiida guddicha
Waa'ee masjiida guddicha magaalaa Makkaa kana beektuu?

Wagga waggaan hordoftoonni amantaa Islaamaa miliyoonaan lakkaa'aman hajiif Makkaa magaalaatti wal gahu.

Imaltoonni Hajjiis masjiida guddicha waggaa dheeraaf babalachaa as gahe keessatti wal gahu.

Masjiidi guddichi kunis jalqaba akka mooraa naannoo Kaabaatti tajaajilaa ture.

Waa'ee masjiida guddicha karaarratti kunoo viidiyoo kana dowwadhaa.