'Dubartoota 12 irraa ijoollee 102 fi akaakilee 578 argadhe'
Maqaansaanii Obbo Musaa jedhamu. Lammii Yugaandaa yoo ta'an, baay'ina maatii horataniitiin kan dorgaomaa qabana hin fakkaatan.
Obbo Muusaan haadha warraa 12 fudhan irraa ijoollee 102 argataniiru.
Isaan keessaayis ijolleen afur jalaa yoo baddalaman 98 isaanii jiru.
Hanga ammaattis ijoollee ijoollee ykn akaakilee 578 argachuu dubbatu.
Gaaffiifi deebii BBCn Obbo Musaafi maatii isaanii waliin taasisee kunooti caqasaa.