Pirezidantiin Iraan du'uun qawwa bulchiinsaa ni uumaa?

Ibsa waa'ee viidiyoo, Pirezidantiin Iraan du'uun qawwa bulchiinsaa ni uuumaa?
Pirezidantiin Iraan du'uun qawwa bulchiinsaa ni uumaa?

Pirezidantii Ibraahim Ra’isiifi aanga’oonni kaan torba Dilbata kaleessaa ture helikooptarri isaan ittiin imalaa turan naannoo daangaa Azarbaajaaniitti kufuun du’unsaanii aanga’oonni Iraan kan mirkaneessan.

Nutis hanga ammaatti waa’ee balaa qaqqabee kanaa kan beeknu kana ture.

Viidiyoo kana daawwadhaa.