Gartuuleen siyaasaa baay'een aangoof malee akeekaaf hin qabsaa'an - Dr Diimaa
Nama siyaasaa gameessaafi yeroo ammaa Miseensa Paarlaamaa Itoophiyaa kan ta'an Dr Diimaa Noggoo, paartilee siyaasaa qeequ.
Naannoo Oromiyaatti sababa nagaan hanqateef yoo ibsan ''tarii gama lamaanuurraa yookiin gama tokkoorraa fedhiin guutuun jiraachuu dhaburraayi,'' jedhan.
Waa’ee paarlaamaa, nageenya Itoophiyaa, siyaasa Oromoo, dhibdee mootummaafi WBO, rakkina paartilee siyaasaa, qabsoo hidhannoofi kaan irratti BBC waliin addatti turtii taasisaniiru. Daawwadhaa!