Akkamitti akka balaan xiyyaara Booying sirii jireenyakoo itti jijjiire

Ibsa waa'ee viidiyoo, Akkamitti akka balaan xiyyaara Booying sirii jireenyakoo itti jijjiire
Akkamitti akka balaan xiyyaara Booying sirii jireenyakoo itti jijjiire

Waajirri Haqaa US balaawwan xiyyaaraa Itoophiyaafi Indooneezhiyaatti mudatee tureen walqabatee dhaabbata Booying himachuurratti yaadaa akka jiru beeksise.

Xiyyaarotni Booying 737 Max bara 2018 fi 2019 keessa Indoneezhiyaafi Itoophiyaa keessatti kufuun walumattii lubbun namoota 346 darbeera.

Kun maatii namoota balaa kanaan lubbuu dhabaniif karaa haqa malu ittiin aragatan akka ta'e abdatamaa jira.

Abbaashee balaa kanaan kan dhabde Zippooraan sochii US itti jiru kana ilaalchisuun akkas jechuun BBCtti dubbatteerri.

Daawwadhaa.