"Hongee bara 1977 kan caaluuti mudate"-Anga'oota Tigraay

Ibsa waa'ee viidiyoo, "Hongee bara 1977 caaluti mudate" -Aanga'oota Tigraay
"Hongee bara 1977 kan caaluuti mudate"-Anga'oota Tigraay

Naannoo Tigraay godinaalee shan keessatti ummanni miliyoona lamaa ol ta’u sababa hongeetiin beelaaf saaxilamuu aanga’oonni naannichaa himan.

Gareen Pirezidantii Bulchiinsa Yeroo Tigraayiin durfamu hondeeffamee namoota sababa hongeetiin beelaan saaxilamaniif gargaarsa walitti qabuutti jira.

Haala jiraattonni hongeen miidhaman itti jiran daawwadhaa.