'Dhaabbii dhiirummaa argachuuf' dargaggoota Ameerikaa Ortodoksii Raashiyaatti makama jiran

Lubi Musee ji'oota 18 darban lakkoofsi amantootaa dachaan sadiin dabaleera jedhan
Ibsa waa'ee suuraa, Lubi Musee ji'oota 18 darban lakkoofsi amantootaa dachaan sadiin dabaleera jedhan

''Namoonni baayyeen na gaafatu. Luba Musee! akkam godheen dhaabbii dhiirummaa kiyya ol guddisuu danda'a");